Xurree ittiin seenan

Breaking News

Deemsi Walabummaa Preesii Oromiyaa Keessatti Maal Fakkaata?


Damaqaa Nagaasaa, gaazexeessaa

Deemsa walabummaa preesii keessatti sabaahimaaleen Oromiyaa keessaa hojjatan deemsi hojii isaanii maal fakkaata? Heddumminaa fi dhaqqabinsa sabaahimaa Oromiyaa keessaa daran bal’isuuf hoo maal maal tu hojjetamuu qaba.

Guyyaa Preesii Walabaa Addunyaa sababeeffachuun, gabaasaan Raadiyoo Sagalee Ameerikaa, qaamolee sabaa-himaa Oromiyaa keessatti hojiitti jiran adda addaa dubbisee jira.

Guutmmaa isaa caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:26 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG