Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mormii Magaala Goree


Magaalaa Goreetti hiriirri mormii guyyoota sadiif geggeeffamuun himamee jira. Buufatni xiyyaaraa Goree waggoota 13 dura sababaa hin beekamneen tajaajila dhaabe akka hojjatamee hojiitti seenu gaafatan, hiriirtonni.

Hiriira kanaa booda Bulchaan godinaa Iluu Abbaa Boor akka jiraattota magaalaa Goree wajjjin marii taasisan Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himaniir jiran.

Dhaabbatni Buufataalee Xayyaaraa Itiyoophiyaa qorannoo irra deddeebiin geggeesseen buufata xiyyaaraa Mattuu Saardoo bakka jedhamutti ijaaruuf kan murteesse tahuus dubbatanii jiru.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG