Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Lafa Itti Baanu Dhabne’ – Baqattoota Oromoo Liibiyaa Jira


Baqattoonni Oromii Liibiyaa jiran haalli nageenya biyyattii rakkisaa waan ta’eef lafa itti baqannu dhabne rakkataa jirraa jedhan.

Magaala Guddoo biyyattii Tiriipoolii keessa Mana hidhaa baqattoonni keessatti uggaraman keessa ka jiran lammileen Oromoo kun, dhaabbatni baqataa baqattoota lammii biyya kaanii Tiriipoolii keessaa baasaa jiraachuu himanii nuun garuu gargaaruuf fedha hin qabaanne jechuun komatanii jiru.

UNHCR komii baqattootaa kanaaf deebii kenneeti jiraa; Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:32 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG