Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqaan Ganna Dheeraa Jiraachuun Dhiibbaa Maal Qaba?


FAAYILII - Baqattoota Oromoo Keeniyaa buufata Somaarree jiran, Bitootessa 27, 2018

Baqattootni Oromoo Keeniyaa ganna dheeraaf jiraatan ‘baqaan hagas turuun keenya dhiibbaa nurraan gahee jechuun dubbatan; baqattoonni ganna 8 ol Naayroobiin jiraatan lama VOA’f yaada kennaniin furmaata tokko malee ganna dheeraaf baqattummaan turuun bara jireenya isaanii keessatti waan jabduu ta’uu himan.

Dhaabbati baqattoota gargaaru UNHCR baqattoota kana gargaaruuf haga danda’e itti jira jedha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:20 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG