Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manii Murtii federaala Itoophiyaa daarektera nagaa biyyoolessaa ka durii Geetachoo Asaffaatii fi miilota isaa qabaa jedhee hajaja baase


Itoophiyaan daarekteraa fi hojjattoota nagaa biyyoolessaa 26 seeraan himachuutti jirti
Itoophiyaan daarekteraa fi hojjattoota nagaa biyyoolessaa 26 seeraan himachuutti jirti

Obboo Geetachoo Asaffaa fi miilotaa isaa amma hajajii itti bahe kun warra aramaan dura hin qabamin.

Isaa fi nama 26 wanjalaa fi yakka akkaa akkaatiin himatanii qabuuf hardha hajajii bahe.

Walumattuu nama 40 caalaa baleessa akkanaatiin himatanii dubbii isaanii mana murtiitti laaluutti jiran.

Hojjatoota nagaa fi basaasa biyyoolessaa akka qabamana hajajamam kun warra armaan dura hin qabamin dubbii isaanii tana mana murtii federaalaa damee Lidetaatti laaluutti jira.Jara kana wanjala gugurdaan himachuutti jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG