ADAAMAA —
Walitti bu’iinsa magaalaa Asallaa keessatti uumameen lubbuun nama tokkee yoo darbu 20 ol kan ta’an madaa’uu isaanii poolisiin magaalattii beeksise.
Sababaan walitti bu’iinsa sanaa bakka ijaarsa mana amantii ta’us ergama siyaasaa qabaa jedha qajeelchi poolisii magaalaa Asallaa.