Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin Gaggeeffame Wal Hubannoo Kan Argamsisee Ture:Angawaa ODP


Dubbi himaa ODP Obbo Taayye Danda’a

Mariin Obbolumma naannnoo Oromiyaatti sadarkaa garagaraan taasifamaa ture milkaahaafi saboota judduttis wal hubanaa kan uume ta’uu isaa Wajjirri Giddu galessa ODP beeksise.

Dubbi himaan wajjirichaa Obbo Taayye Danda’a ibsa hardha wajjira isaanitti sabaahimaaleef kenaniin akka jedhanitti, waltajjin akka kanaa wal shakiif wal Sodaa saboota jiddutti uumamuu malu kan hanbisuudha jedhan.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:50 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG