ADAAMAA —
Naanno Amaraa Godinoota lama keessatti dhibeen Weerara haqqe fI baasaa ariifachiisa uumamuu isaa Institiwutiin Fayya Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise jira.
Institiwutichatti wirtuun to’annaa fayyaa hawaasaa ibsa har’a Finffineetti Gaazexessitootaaf kennen akka beeksisetti namoonni dhibba tokkoof tirbaatami afur (174) dhibee kanaan qabamuun isaani adda bahee jira.