Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gujii Bahaa Keessatti Humnoonni Mootummaa Lubbuu Namaa Galaafatan Jedha Maatiin


Gujii Bahaa Aanaa Gooroo Doolaatti Humni Naga kabachiistota mootummaa namoota irratti dhukaasee lubbuun namoota sadii darbuu jiraattonni himan.

Ka’umsi waan kanaas Gooroo Doolaa ganda Nuuraa humbaa keessatti hidhattootni humna nagaa kabachiisuuf deemurratti dhukaasuu ta’uu himan.

Maatiin namoota tarkaanfii kanaan lubbuun darbe garuu namoota nagaadha jechuun komatan. Bulchiinsi Aanaa Gooroo Doolaa dhimmicha qorataan jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:52 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG