Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartileen Oromoo Lama Komee Wal Irratti Dhiyeessaa Jiru


Partiin biyyaa bulchaa jiru ODPn torban dabre anga'oota isaa sadarkaa ganda qabee hanga naannootti jiraniif wayitaa leenjii kenna turetti waadaa boridii filannootti mallatesse cabsee jechuun ABOn himatee jira.Leenjii kenname keessatti maqaa ABO xuressee jira jechuun komeen jedhuutu dhiyaatee.

ODPn gama isattin leenjii maqa baleessii ABO of-keessaa qabu hin laanne jedhee jira. Badii gama ABOn gaggeeffama ittiin jedhan sana callifnee ilaallee bira darbuu malee komeen dhiyaate sirrii miti jechuun ODPn Raadiyoo Sagalee Amerikaattif ibsera.

Gabaasa Tsahaay Daamxoo Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:43 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG