Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Sababa Walitti Bu'iinsaatin Naannoo Daangaa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuzii Buqahan Qeheetti Deebi'aa Jiran


Namoonni Aanaalee daangaa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz irraa sababa walitti bu'iinsaan qe'ee isaaniirraa buqqa'anii turan akka deebi'aa jiran Waajjirri Qindeessaa Nagaa fi Misooma Waliinii naannolee lamaanii beeksise.

Namoota Aanaa Yaasootti deebi'an keessaa hagi tokko akka mootummaan dafee isaan gad-dhaabu gaafataniiru. Itti gaafatamaan waajjirichaa obbo Tashooma Dassaalany akka Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanitti hojiin deebisanii dhaabuu fi eega qehee isaaniitti deebi’anii booda hordofuun itti fufeera jedhan.

Naakoor Malkaa Yaasoorraa gabaasaa qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG