Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhima Balfa Bulchiinsia Magaalaa Finfinnee

Faayilii - Aanaa Kolfee Qaraaniyoo naannoo Raphii kan jiru iddoo kosiin itti gatamuu Qoshee
Faayilii - Aanaa Kolfee Qaraaniyoo naannoo Raphii kan jiru iddoo kosiin itti gatamuu Qoshee

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ammaa booda balfa Godinaalee addaa Oromiyaa ka naannawaa Finfinnee irratti hin gatu, jedhaan prezidaantii itti-aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.

Kaleessa magaalaa Finfinnee dabalatee guutummaa Itiyoophiyaa keessatti duulli naannawa ofii qulqulleessuu geggeessamee jira. Kana ilaalchisuun gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:08 0:00

XS
SM
MD
LG