Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waltajjiin Marii Walitti Dhufeenya Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa Geggeeffame


Waltajjii Marii Walitti Dhufeenya Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa

Waltajjiin marii walitti dhufeenya Naannoo Oromiyaa fi Gaambeellaa cimsuurratti fuuleffate magaalaa Gaambellaatti kaleessa deemsisame. Pireezidaantonni naannolee lamanii nagaa fi misooma waliinii irratti akka hojjatan beekisisaniiru.

Namoonti waltajjichatti hirmaatan tokko tokko gaaffilee gaafataniif deebii argachuu isaanii dubbatan. Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:12 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG