Xurree ittiin seenan

Breaking News

Himannaa Barsistooni fi Hawaasa Koleejjii Teeknikaa fi Ogumaa Allaagee


Barsistooni fi hawasni koleejjii Teeknikaa fi Ogumaa Allaagee, Filanoo Biyyalessaa Itoophiyaatti gaggeffamaa ture irratti hirmaannee hin beeknu, jedhu.

Kunis sababaa kolleejichi ganda, aanaa fi godinaa hin qabneef tahuu Raadiyoo Sagalee Amerikaatti himan. Kolleejichi bal'inaa lafaa hektaraa 4000 irraa qubatee ka jiru yoo tahu, lafa kana keessaa dhibba irraa harki 75 ka naannoo Oromiyaa ti.

Garuu, mootummaa Federaalaatiin bulfama, jedhu – namoonni VOAf haal jiru ibsan kennan. Bulchiinsi koolejichaas deebii kennee jira. Tsahaay Daamxoo tu Kamisa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:09 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG