Xurree ittiin seenan

Breaking News

Siidaan Janaraal Taaddasaa Birruu Eebbifame

Siidaan Janaraal Taaddasaa Birruu Eebbifame
Siidaan Janaraal Taaddasaa Birruu Eebbifame

Siidaan Janaraal Taaddasaa Birruu fi Galmi Aadaa Oromoo Salaalee godina Shaawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti ijaarraman eebbiffamaniru.

Jiraatotni magaalaa Fiichee siidaan Janaaraal Taaddasaa Birruu ijarramun nu gammachiseera,Garuu bakki itti ijaarramu qabu handhura Oromiyaa Finffinnee keessatti ta'uu qaba ture jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:37 0:00

XS
SM
MD
LG