Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ilmaan Kuush keessummoota hedduu itti yaammatanii Hawaasaatti walti dhufanii Fichee Cambalaalaa ulfeeffatan


Ilmaan Kuush Hawaasaatti Wal yaamanii Fichee Cambalaalaa irra waliin oolan

Fichee Cambalaalaa barana,2019 Oromiyaa gama cufaa walti dhufan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:34 0:00

Fichee Cambalaalaan ayyaana ummatii Sidaamaa gannuma gannaan ulfeeffatu. Jila yoo bara haaraatti seenaan qopheeffatan.

Fichee Cambalaa ummataa Sidaamaa ta baranaa akka warri ikeessa oole jedhutti haga guddaan Oromoo fi Sidaamaatti walti dhufe.

Ilmaan Kuush Fichee Hawaasaatti Fichee Cambalaalaa irra wlaiin oolan
Ilmaan Kuush Fichee Hawaasaatti Fichee Cambalaalaa irra wlaiin oolan

Akka gaazexeessaa Omn,Usmaan Ukkumee qophii sun keessa oole jedhetti Mooyalee haga Harargetti namii Oromiyaa walti dhufee qophii tana keessa oole.

Kaan jala bultii dhufee Shaashamannee bulee itti wal eegee Bisaan Gurraacha, Hawaasaatti wal gahee jedha Usmaan.

“Haga guddaan sirboota Oromoo fi Sidaamaatti sirbama.Qophii tun ta hortee ilmaan kuush jechuu dandeenna jedha warrii achii dubbifne.

Fichee Cambalaalaa baranaa Oromoon Mooyyalee haga Harargeetii itti dhufte
Fichee Cambalaalaa baranaa Oromoon Mooyyalee haga Harargeetii itti dhufte

Fichee baranaa akka Usmaan jedhetti Itoophiyaa nannoo akka akkaallee nama hedduutti walti dhufe. Ilmaan Kuush,hortee sanyii kuushiti.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG