Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kitaabni Asoosamaa ‘Qarree’ Jedhamuu Naqamteetti Eebbifame


Kitaabni Asoosamaa ‘Qarree’ jedhamu kan obbo Charinnat Waaqwayyaatiin barreessame Caamsaa 25 bara 2019 magaalaa Naqamteetti eebbifame.

Gama biraan, do’iin yokan tityaatirri ‘Raawwii’ jedhamu, ka barattoonni Yunivarsiitii Wallaggaa muummee Barnoota Tiyaatiraa hojjetan barreessanii fi qopheessan galma bulchiinsa magaalaa Naqamteetti eebbifamee jira. Gabaasaa Naakoor Malkaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:18 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG