Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaa Ibiddaa Warshaa Huccuu Shunfaaraa 


Har'a warshaa Huccuu Shunfaaraa irratti balaa ibiddaa dhaqqabeen ibiddi sa'aatii lamaa oliif osoo hin dhamiin turee miidhaa dhaqqabsiisee jira.

Warshaan kun Bulchiinsa Magaalaa Dukam Zoon Istarn Idaastirii keessatti argama. Balaa ibiddaa kanan namoota 2 irra miidhaan qamaa cimaan dhaqqabuu isaa isaa Waajjiri Dhimmaa Hojjetaa fi Hawaasumaa Magaalaa Dukam Raadiyoo Sagaalee Amerikaatti himee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG