Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Koleeraa Akkasumas Haqqisaa fi Baasaa Arifachiisaa 


Itiyoophiyaa keessatti bulchiinsa naannoo Amaaraa, Oromiyaa, Tigraay, Somaalee, fi Finfinnee keessatti dhukkubii Koleeraa, haqqee fi gara yaasaa ka’uu Institiyuutiin Fayyaa Hawaasa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti namoonni 197, Oromiyaa keessatti namoonni 122, Finfinnee keessatti namoonni 6 Somaalee keessatti namoonni 33 akkasumas Tigraay keessatti namoonni 8 walumaa gala namoonni 366 mallattoo dhukkubichaa agarsisuu isaanii ibsamee jira.

Sababaa dhukkuba Kanaan namni 15 du’uu kanneen keessaa 14 bulchiinsa nannoo Amaaraa irraa tokko immo Oromiyaa irraa ta’uun ibsamee jira. Oromiyaa keesssaa dhibeen kun godina Harargee lixaa aanaalee Ciroo fi Odaa Bultuum akkasumas bulchiinsa magaala Baddeessaa ta’uun beekamee jira.

Dhukkuba Koleeraa, haqqee fi baasaa maali? Dr Mootummaa Baqqalaa speshalistii wal’anssa keessoo qaamaa Hospitaala walii-galaa fi kooleejii fayyaa Adaamaa irraa ibsa kennan caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:11 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG