Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walllagga Bahaatti Marii Miseensotaa Geggeesuuf Eeyyama Nu Didan: Bakkabu’oota KFO


Bakkabu’oonni paartii Kongirasii Federaalawa Oromoo Godina Wallagga Bahaa aanaalee Diggaa fi Nuunnuu Qumbaa keessatti miseensota isaanii waliin mari’achuuf eeyyama gaafatani ka dhorkan tahuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Bulchaan aanaa Diggaa, bulchiinsi Aanaa eeyyema hin dhorkanne, yeroo kamittuu mirga miseensota isaanii waliin mari’achuu qabu erga jedhaniin booda, kan isaan geggeessuuf turan duula nu filadhaa waan taheef dhorkatamanii jedhaniiru. Bulchaan Aanaa Nuunnuu Qumbaa immoo, “miseensota isaanii tu hin argamiin hafe malee nuti galma hin dhowwanne” jedhu.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:17 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG