Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattuu Deessee Daqiiqaa 30 Booda Qormaata Kutaa Kudhanii Fudhate


Almaaz Darrasaa
Almaaz Darrasaa

Barattuu kutaa 10 kan taate Almaaz Darrasaa qormaata biyyaaleessaa kallessa guutummaa Itiyoophiyaatti eegalame deessee daqiiqaa 30 booda hospitaaluma keessatti deessetti qoramuu ishee Raadiyoo Sagaalee Amerikaatti himtee jirti.

Almaaz jiraattuu godina Iluu Abbaa Boor Magaalaa Mattuu ti. Umuriin ishee ganna 21. Guyyaan qormaati biyyaalessaa itti kennamu fi guyyaan dahumsa ishee akka tasaa walirra bu'uu isaa dubatte, Almaaz.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:37 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG