Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuba Koleeraa Itiyoophiyaatti mudateen hanga ammaa Oromiyatti namoonni 2 du'anii 260 ta'an irratti mallattoon isaa mullate


cholera

Oromiyaatti nama 260 tahu irratti mallattoo Koleeraa argan
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:24 0:00

Godinoota dhibee koleraaf saaxilamuu malu, jedhamee sodaatame keessatti immoo hojiin dursanii ittisuu akka hojjetamaa jiru dubbata.

Gama biraatiin Bulchinsaa magaalaa Finfinneetti dhiibeen koleraa namoota 10 irratti mul'atee jira jedhame.

Biiroon eegumsaa Fayyaa Magaalaa Finfinnee Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka ibsetti, dhiibeen Koleraa, Haqqee fi Garaa kasaa kutaalee-bulchinsaa magaalaa Finfinnee 6 kessatti mul’atte. Gabaasaalee lameen duraa fi booda caqasaa.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG