Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Ahmad Alii Du’an Boqotan


Obbo Ahmad Alii

Abbaan mummicha ministeera Itiyoophiyaa Obbo Ahmad Alii Wiixata Waxabajjii 17 bara 2019 addunyaa kana irraa du’an boqochuun isaanii gabaafamee jira.

Obbo Ahmad Alii dhukkubsatanii hospiitaala speshaalaayzidii Jimmaa keessatti wal’ansa argachaa eega turanii booda umrii isaanii 105 lubbuun isaanii darbe.

Reeffii isaanii gara qe’e dhaloota isaanii aanaa Gommaa ganda Bashaashaa tti kan gaggeeffamee yoo ta’u sirnii awwaalcha isaaniis har’a gaggeeffamuuf akka jiru midiyaaleen mootummaa gabaasanii jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG