Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Shimalis Abdisaa Godiina Baalee Dawwatan


Faayilii - Obbo Shimalis Abdisaa
Faayilii - Obbo Shimalis Abdisaa

Itti aanaa prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdisaa godina Baalee keessatti uummata waliin marii gaggeessanii jiru.

Laga Yaadoo fi Walmar irraa hojii jallisii baasii qarshii Miliyoona tokko baasisuu akka gaggeeffamuuf jalqabsiisan.Hojiin kun waggaa lama ykn sadii keessatti yoo xumuramee Baalee fi olloota akka Barraaqii fi Dalloo Mannaa akkasumas baadiyyaa hedduun faayidaa keessaa akka argatan ibsamee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:04 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG