Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhibeen Koleeraa Naannoo Oromiyaa Keessatti Babal’ataa Jira


Dhibeen koleeraa naannoo Oromiyaa keessatti babal’ataa jira jedha Instiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyophiyaa.

Akka Institiyuutichi jedhutti Godinaa addaa naannawa Finffineetti weerarro Kooleeraa kanaa babal’atee jira. Talaaliin dhibee Koleera Finfinneetti boor irraa jalqabee ka kennamu tahuus beeksiee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:40 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG