Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jeneeraal Haayluu Gonfaa waa’ee Jeneraal ajjeefamanii Tsa’aree Makonnon Maal Jedhu?


B/General Hayiluu Gonfaa
B/General Hayiluu Gonfaa

JeneraalTsa’areen akka amala nama dhunfaatti nama naamuusa ofii eegu, nama hundumaa wajjiin walii galu turan jedhu Jeneraal Haayluu Gonfaa.

Akka nama miseensa waraanaatti immo waraana leenjisuu, qopheessuu,dirree waraanaatti bobba’uun waraansisuu fi waraana booda rakkoo jiru furuu irratti ooguma guddaa qabu.

Kana malees nama jajjabeessuu fi diina qoratanii hubachuu irratti nama hubannaa fi muxannoo ga’aa qaban turan jedhan Jeneraal Haaylu.

Kanaaf yeroo nagaa, lolaa fi loola boodas nama waan gochuu akka qabu beeku, nama yoo maal godhan maaltu akka uumuu sirritti xinxalee hubatu jechuun Jeneraal Tsa’aree Makonneen ta’u Ibsan.

Gaaffii fi deebii gggeeffame caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:09 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG