Xurree ittiin seenan

Breaking News

'Shaashemanneetti Torbaan Darbe Irraa Jalqabee Namoonni Maqaa Miseensummaa Paartiilee Mormituun Hidhamaa Jiru'


Obbo Dhaqqaboo Waariyoo

Bulichiinsa magaalaa Shaashemanneetti torbaan darbe irraa jalqabee namoonni maqaa miseensummaa paartiilee mormituun hidhamaa jiru, jedhu – maatii fi firoonni isaanii.

Kanneen keessaa maanguddoon baatii saddeetii dura mana hidhaatii hiikamanii fi Wixata torban dabree qabaman – jechuun maatiin isaanii dubbatan – maanguddoo Obbo Dhaqqaboo Waariyoo jedhamani.

Qajeelichii poolisii magaalaa Shaashaamannee immoo, gama gama isaatiin, “namoonni kan qabaman sababa yakkatti shakkamaniif malee sababaa miseensa paartii mormituu tahaniif miti” jedha.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:47 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG