Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABO fi KFO : Miseensonnii fi Deeggertoonni Keenya Seeraa Ala Mootummaadhaan Hidhamaa Jiru


Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongirasiin Fedaraalawa Oromoo “miseensonnii fi deeggertoonni keenya seeraa ala Mootummaadhaan nu irraa hidhamaa jiru,” jechuun komatan.

Haala kanaan namoonni hidhamanii jiran kuma lama akka ta’an kan himatan dhaabonni siyaasaa kun, “namoonni hidhaman kun Mana Murtiitti hin dhihaanne,” jedhu. Abbaan Alangaa waliigalaa naannoo Oromiyaa immoo gama isaatiin, “namoonni hidhaman sababaa yakkatti shakkamaniif malee sababaa miseensumma Siyaasaaf miti” jedhu.

Muktaa Jamaal tu qaamota hunda dubbisuun gabaase

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:34 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG