Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Yakaan Shakaman Walititti Qabanii Leenjii Kenuun Ni Danda'amaa?  Ogeeyyii Seeraa Mari"achiisne


Tibba kana namoonni heddun qabamanii hidhamaa jiru, mana murtiittis hin dhiyaanne, komii jedhu maatii hidhamtootaa fi dhaabota adda addaa irraa dhihaate gabaasuun kenna ni yaadatama.

Abban aalangaa waliigalaa naanno Oromiyaa, shakamtooni yakka xixiqaan shakaman leenjii akka fudhatan taasisamaa jiraachuu Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf hime Namoota yakaan shakaman walititti qabanii leenjii kenuun ni danda'amaa?

Tumaan seeraa dhimma kana deegaru hoo jiraa? Qabxiilee kanneenii fi ka biro irratti Muktaar Jamaal ogeessota seeraa lama dubbisee qabaasaa erge qabna. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:26 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG