Xurree ittiin seenan

Breaking News

US ganna 243essoo itti bilisoomtee qawwee dhaanatee, qaanqee facaafattee,makiinaa waranaa karaatti ooftee jeettii gadi lakkfitee ulfeeffatte


Adoolessa 4 guyyaa bilisummaa Amerikaa
Adoolessa 4 guyyaa bilisummaa Amerikaa

Amerikaan ganna 243n duratti bilisoomte
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:24 0:00

US Adoolessa 4,1776 bilisoomte.Guyyaa kana baruma baraan ulfeeffatti. Barana ammoo hajaja pirezidaanti Tiraampii jeettii fi makiinaa waraanaa lafatti gadi dhiiftee ulfeeffatte.

Pirezidaanti Tiraampi guyyaa kanaan ulfinna Amerikaa itti agarsiisan jedha. “Seenaa keenna ummataa fi jabaa alaabaa keenna ulfeessee dhiiraa fi dhalaa waraana keennaatiin kabajanna.”

Guyyaa akkana kana irratti yoo hedduu hiriira mormii hin bahan.Barana namii hagii tokko Tiraampi ijoollee didiqqoo fakkeessanuu “baby Trump” jedhee isaa akka daahimaa mana fincaani keessaa Twitter barreesssu fakkeessanii harkatti qabatanii yaa’aniin.

Lance Simon warra guyyaa dhaloota Amerikaa kana dhaqe keessaa tokko.
“Akka herrega kiyyaatti Tiraampi pirezidaantii akka malee biyya gargar qoodu. Kun nama dharaa fi dhugaayyuu gar beenne.”

Namii akka Gil Daaniheel faatii warra Trump deeggaru."Akka herrega kiyyaatti Tiraampi Amerikaa, fi ummat isii namii quba hin qmane faallee ulfeessee waan tolchuumale cufaa tolchu male.”

Nami hagii tokko naaphi Amerikaalleen jabeenna isii beekeefii ufi eeguu male jedha. Bulchiinsii Tiraampi ammoo siyaasaa dhiifnee jabeenna Amerikaa ulfeeffannaa jedha.

Bulchiinsii Tiraampi qophii kalee galgala jeettii fi makiinaa waranaaa itti yaaman sunitti horii bahe hi dubbanne taatullee doolara miliyoona hedduu tahuu hin ooltu jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG