Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Maqaa “Leenjiitiin” Namootni Nurraa Hidhamaa Jiru’ Jiraattota Godinaalee Gujii fi Booranaa


Jiraattonni Godinaalee Gujii lameenii fi Booranaa humnootni nageenyaa mootummaa jiraattota to’annaa jala oolchaa akka jiran dubbatan.

Akka jiraattonni Sagalee Ameerikaaf himanitti, namootni qabaman mana murtiif utuu hin dhiyaatin maqaa leenjii jedhuun bakka gara garaatti fudhatamaa jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:45 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG