Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Keessatti Mariin Nageenyaa fi Misoomaa Geggeeffamaa Jira


 Marii Nageenyaa fi Misoomaa, Oromiyaa
Marii Nageenyaa fi Misoomaa, Oromiyaa

Mariin nageenyaa fi misoomaa akka naannoo Oromiyaatti bulchinsa magaalotaa fi godinaalee keessatti gaggeeffamaa jira.

Mariin kun nageenya waaraa fiduu, olaantummaa seeraa kabachiisuu fi ummatni misooma isaa karaa guutuu ta'een akka itti fufu gochuutti ka fuuleffate, jedhu – hogganaan Biiroo Dhimmoota Kommunikeshiini motummaa naannoo Oromiyaa - Obbo Adimasuu Daamxoo.

Partiileen siyaasaa morkatootaa kennaan akka ABO fi KFO immoo mariin kun guutuu ta'e Oromiyaa keessatti gama nageenyaan furmataa waaraa fidu yoo barbaadame qamootiin huni afeeramanii itti hirmaachuu tu irra ture, jechuun Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti himan.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:12 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG