Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gimbiitti Namootni 100 Ol Hidhaman jedhu Jiraattotni fi Maatiin


Faayilii- Poolisii Finfinnee
Faayilii- Poolisii Finfinnee

Magaalaa Gimbiitti, Namootni 100 caalan ‘Waraana Bilisummaa Oromoo deggertu,” jedhamuun hidhamanii jiru, jedhu -jiraattotni fi maatiin.

Gama biraan, Namootni Naqamtee, moonaa Masaraa Kumsaa Morodaatti hidhamanii jiran, “mirgi namummaa keenya nuuf kabajamaa hin jiru. Qaamni nu gaafates tahe seeratti nu dhiyeesse hin jiru,” kanneen hidhaa jiran sana keessaa tokko VOAtti himee jira.

Hidhamtootni kun kaleessa ‘lagannaa Nyaataa’ geggeessan, ka jedhu - maatii hidhamtoota keessa tokko. Torban dabre keessa Namoota Naqamtetti hidhaman keessaa hagi xiqqoon hiikamuullee dubbatee jira. Itti-aanaa Hoogganaan Biiroo Nageenyaa Oromiyaa Kolonel Abbaba Garasuu immoo, “Nama waraana irratti booji’an wanti seeratti dhiyeessan hin jiru, Warri Boombii darbatanii fi warri nama ajjeese ammoo seera ittiin gaafatamaa qabu” jedhan. Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:09 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG