ADAAMAA —
Abbaan Taayitaa Tohannaa Nyaataa fi Dawaa Itiyoophiyaa akaakuu nyaata adda addaa shantamii torba (57) ta'an irra dhorgaa yokaan uggura ka’uu isaa beeksise.
Abbaan taayitaa kun akka ibsetti, nyaata da'immanii fi kanneen haalli oomisha isaanii hin beekkamnes of keessaa qaba – akaakuun nyaataa dhorgaan irra kaa’ame kun.