Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa'iin Caffee Oromiyaa Dhimma Nageenyaa fi Tasgabbii Irratti Fuleffate


Yaa'ii idilee 10ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 5ffaa caffee Oromiyaa ta'amerratti miseensoonni caffee Oromiyaa dhimma nageenyaa fi tasgabbii godinalee Oromiyaa Liixaa fi Kibbaa irratti gaffiilee gaffataniii jiru.

Gaffiillee miseensotaa caffee irraa ka'aniif itti annaa pirezandantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa deebii kennaniru. Gabaasaa guutuu caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:20 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG