Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ambootti Namoonni 500 Ol Sababa Miseensa ABO Ta'aniif Hidhaman: ABO


Faayilii - Karaa guddaa magala Amboo keessa darbbu. Mormmi magala Amboo kan bara 2014

Jiraattonni magalaa Amboo VOAtti dubbatanii fi Partiin ABO namonni 500 oli magaalaa Amboo keessaa sababaa miseensa ABO ta'aaniif qabamanii hidhamu ibsan.

Karaa nagaa waliin hojjechuuf kakuu dhiheenya mootmmaa wajjiin waliif mallatteessan irratti hundaa’uudhaan waa’ee miseensonni fi hoogganoonni isaa jalaa hidhamuu mootummaa fi Boordii Filannootti iyyachuu isaa dubbata, ABOn.

Qajeelchi Poolisii magaalaa Amboo ammoo namni magaalaa kana keessa hidhame hin jiru jechuun Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti hime.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:25 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG