Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaatti Guyyaa Tokkotti Biqiltuu Miliyoona Dhibba 300 Olitu Dhaabame Jedhame


Muumee Ministiraa Itoophiyaa, Dr. Abiyyi Ahimad biqiltuu yeroo dhaaban, Adoolessa 27, 2019, Walayitaa Soddoo

Duula biliqtuu dhaabuu guyya har’aa Itiyoophiyaa keessatti taasifameen biqiltuun Miliyoona dhibba sadi’ii fi miliyoona shantamaa ol dhaabamuu isaa Koreen duula biyyaalessa beeksisee jira.

Kunis karoora biqiltuu miliyoona dhibba lama dhaabuf ture caalaan kan itti raaw’atame tahuu isaa fi biqiltuun lakkoobsi haganaa guyyaa tokkotti yoo dhaabamu, Itiyoophiyaa addunyaa irra ka jalqabaa taasisa, jedhamee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Itoophiyaatti Guyyaa Tokkotti Biqiltuu Miliyoona Dhibba 300 Olitu Dhaabame Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG