Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaafii fi Deebii Hadha Warraa fi Ilma Maammoo Mazammir Wajjin 


Haadha Warraa fi Ilma gooticha Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammiri

Haati Warraa fi Ilma gooticha seena-qabeessaa, kan Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammir seenaa gootichaa fi sababaa isaaniin dhiibbaa isaan irra ture Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti dubbatan.

Haati warraa Ajajaa-dhibbaa Maammoo Mazammir aadde Abbebech Galataa jedhamu. Ilmi immoo Kabbadaa Maammoo ti. Lameenuu magaalaa Amboo keessa jiraatu. Gaaffii fi deebii kutaa Naakoor Malkaa waliin taasisan kutaa duraa caqasa.

Gaafii fi Deebii Hadha Warraa fi Ilma Maammoo Mazammir Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:49 0:00

Gaafii fi Deebii Haadha Warraa fi Ilma Ajajaa Dhibbaa Maammoo Mazammir Wajjin Gaggeeffame Kutaa 2ffaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:30 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG