Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoonni Rakkanne Jedhan Buqaatota Miti : Wajjira Hoggansa Sodaa Balaa Godina Baale


Faayilii - Bakka buqqaatonni baalee qubatanii turan
Faayilii - Bakka buqqaatonni baalee qubatanii turan

Godina Baalee aana Barbarretti namoonni kuma shanii ol ta'an qehee kenya irra buqaane qaama nu gargaaru dhabne jechuun komatan, namoonni kuniin Gandoota aanichaa kudha sadeet keessa buqqa'uu isaani fi rakko nyaatafis saaxilamu dubbatu.

Wajjiri hoggansa sodaa balaa Godina Baale gama isaan namoonni kuniin buqaatota miti, ta'us garuu gargaarsa midhaan nyaata dhihessafi jirra jiedha. Mootumman naanno Oromiyaa Garee dhimma kana qoratu gama Godina Baalee erguu isaas Biroon dhimmota Kominikeeshinii Oromiyaa beeksisee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:29 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG