Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baranas Yaaddoo Waan Qabnuuf Hojii Qonnaa hin Gaggeesine: Abbootii qabeenyaa


Abbootiin Qabeenyaa Benishaangul Gumuz Aanaa Baloo Jagaanfooyi tokko tokko hojii Qonnaarratti bobba'an barana lafa agabsine jedhan.

Naannoo Benishaangul Gumuz, godina Kaamaashii aanaa Baloo Jaaganfooy keessatti midhaan oomishan waan baranallee yaaddoo qabnuuf hojii qonnaa hin hojjanne jedhu abbootiin qabeenyaa tokko tokko.

Tilmaamni midhaanii fi qabeenyaa yeroo oomishaatti jalaa manca'ee maallaqnii isaa waan nuu baafamneef hojii keenya irratti milkaa'uu nu dhorkeera jechuun VOAtti himan.

Bulchaan Godina Kaamaashii gama isaaniin rakkoon jiru kun hubatamee akka deebii argatuuf hojjataan jirra jedhan.

Kan dhimma kana harkaa qaba jedhame Komishinii Invastimantii Itoophiyaa gaafachuuf yaaliin godhame hin milkoofne jedha Naakoor Malkaa Ambo irraa.

Baranas Yaaddoo Waan Qabnuuf Hojii Qonnaa hin Gaggeesine: Abbootii qabeenyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG