MINISOOTAA —
Dorgommii kilaboota kubbaa miillaa Oromoo OSFANA Minisootaa keessatti itti gara xumuraatti dhufaa jira.
Tapha kubbaa milaan cinatti qophiileen adda addaa illee geggeessamaa jira.
Waahilli keenya Sooraan bakka sana irra gabaasa har’a nu erge caqasaa.