Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchinsa magaalaa Finfinnee Dargaggoota 250,000 Hojii Kennuuf Karoorfate


Kayyoon keenyaa guddaan jiraatonni magaalatti jireenyaa gaarii tasgaba'aa akka jiraatan gochuu dha kan jedhan itti aanaa kantibaan magaalaa Finfinnee Obbo Taakkalaa Uumaa jireenya garii akka jiratan gochuuf magalaa jijiramtee keessa akka jiratan gochu dha.Kanaaf ammo Tajajilii nutii kenninu tajajilaa sirri ta'u qaba jedhan.

Dargagootaf carra hojiitu umuun magaalii ni jijjira waan ta’eef isaanif hala mijessuun ammo sektaraa motummaa irraa egama. Jedhamee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Bulchinsa magaalaa Finfinnee Dargaggoota 250,000 Hojii Kennuuf Karoorfate
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG