ADAAMAA —
Naanno Oromiyaatti barattoni qormaata kutaa kudha lammafa (12ffa) fudhatan qabxiin qormaata kenna haala hin eegamneen garaagarumma nurra uumuun rifaatuu gudda nutti uume jedhan.
Rakkoon Akka Jiru Dursinee Gabaafnee Turre: Angawaa Waajiira Barnootaa
Barattonii VOAn dubbise akka himanitti qabxiin qormaata rakkon mudate kan aptitude qofa osoo hin taane gosooni barnoota gama biraas irra deebiin ilaalamu qaba jedhan.
Gabaasaan kenna Muktaar Jamaal baratoota Magaalota garagaraa irra dubbise yaada isaani qindeesse jira.