Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaan Bulaan Jabaatee Hojjannaan Kan Biraa Iyyu Soruu Danda’aa: Dr Abiyyi Ahmad


(Suuraa faayilii)

Qonaan bulaan qonna isaa jabeessee hojjanaan ofi isaa hiyyumaa keessa baasu bira darbee kan biraa sooru ni danda'a jedhan Mummeen Ministeraa Doktar Abiyyi Ahmad.

Jilli hoggansa olaana Federaala fi Naannoo Godina Arsitti Ooyruu qonaan bultootaa kilaastaraan misoome daawwatani jiru.

Godina Arsitti lafi hektaara dhibba torbaa kilaastara (walitti qindaayun) misoomsamee jira jedhame.

Muktaar Jamaaltu gabaase

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:53 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG