Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Daandilee fi Ibsaa Qabna: Jiraattoota


Jiraattotni aanaalee Amuruu fi Jaardagaa Jaartee tokko tokko, daandii mijataa dhabuun rakkanne jechuun komatan.

Daandiin Magaalaa Shaambuu hanga Agamsaa jiru waan yeroon haaromsamuu dhabeef baatii roobaa kana rakkisaa jira jedhu.Rakkoon ibsaas jiraachuu ni dubbatu.

Gama kaaniin tajaajiila ibsaa kan ilaaleen rakkoon akka jiruus dubbatanii jiru.
Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Diimookiraatawaa Oromoo Godinichaa rakkoon jiraattotni kaasan akka dhugaa ta’u furuuf hojjataa jirra jedhan.

Naakoor Malkaa gabaasa erge caqasaa

Rakkoo Daandilee fi Ibsaa Qabna: Jiraattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG