Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Lagnii Awwaash Jieenya Irraa Buqqise Maal Jedhu?


Lagni Awaash namoota 10,000 ol ta'an irratti midhaa dhaqabsise

Lagni Awaash Godina Shawaa kibba Lixaatti irran dhangala'ee namoota kuma kudhani ol ta'an irratti midhaa dhaqabsisuun isaa himame.

Kanneen Lagnii Awwaash Jieenya Irraa Buqqise Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:34 0:00

Namoota bishaaniin marfaman baasuu fi gargaarsa namooma dhaqabsisuuf humna bidiruun fayyadamuu irra caalee waan rakkisaa ta'eef Hilikooptariin gargaaramuuf Raayya ittisa biyyaf gaafin dhihaate eeggamaa jirachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksisee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG