Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsii Ministeera Barnootaa Baase Maal Jedha ?


Ibsi Ministeera Barnootaa Rood map yookiin Sagantaa haarawa jechuun baasee keessatti Qormaanni kutaa saddettaffa kan sadarkaa Federaaliin kennamu jedhamee ibsame dogogoraa fi kan sirri hin taane ta’u Biroon Barnoota Oromiyaa beeksisee jra.

Ibsii Ministeera Barnootaa Baase Maal Jedha ?
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:20 0:00

Hogganaan Biroo barnoota Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo gaafiif deebi raadiyoo sagalee Amerikaa waliin taasisaniin barnoonni afaan Oromoos sadarkaa naannotti hanga kutaa Sadeetitti, darbees hanga Yunivarsiititti kennamuum itti fufa jedhan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG