Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabileen Ejjennoo Wal Fakkaatu Qaban Meqeleetti Marii Geggeessan


Addi bilisumaa uummata Tigraay IWEHAT fi ABO paartileen fafakkaatan aangootti deebi’uuf adda siyaasaa haaraa uummatanii dhaabolii wal fakkaatan walitti qabaa jiru jechuu dhaan miseensi mana maree EDEPA fi dura taa’aan duraanii obbo Lidetuu Ayyaalew dubbataniiru. Miseensonni walitti dhufeenya kanaa hanqina sirna waggaa 27n darbanii guutuu manna, fedhii rakkoo haaraa uumuu fidanii dhufaa jiru jedhan.

kun immoo biyyattii rakkoo daran hamaa keessa buusa jedhan. IWHAT fi paartilee kannee biroon kan irratti hirmaatan heera biyyaa fi sirna federaalaa irratti mariin qophaa’e Mekele keessatti geggessamee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG