Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaant Traamp Gumii G7 Irratti Tuuta Oduuf Ibsa Kennan


Donald Trump
Donald Trump

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis, Doonaald Traamp, gita isaanii, hoogganaan Iraan – Hasan Rohaanii wajjiin gara fuul-duraatti walga’uuf carraan gaariin ni jira, jedhanii jiran.

Biyya Faransaay, magaalaa Biyaariiz, bakka korri waggaa biyyoota duureyyii G-7 jedhamanii itti geggeessamaa jirutti, Wixata ganama, Prezidaantii Faransaay, Emaanu’eel Maakiroon waliin ibsa gaazzexeessotaaf kennan irratti kana dubbatan.

“Yunaayitid Isteetis, akka lammiwwan Iraan uggura dinagdee jalatti gidirfaman hin feetu. Garuu immoo, akka biyyattiin meeshaa Niyuukilaraa qabaattu hin barbaaddu,” jedhan, Traamp. G

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:42 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG