Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dirre Dawaa Keessatti Dhukkubii Daddabraan Namoota Kuma Digdama Qabee Jira


Dirree Dhawaa
Dirree Dhawaa

Magaalaa Dirree Dawaa Keessatti kan bifa wereeraan ka’e dhukkubii Chukungiyaa kanneen qabaman lakkofsaan kuma 20 akka ta’an gabaasnii dhaabattoota eegumsa fayyaa agarsisee jira.

Waajirri eegumsa fayyaa gandeen dhukkubii kun heddumiinaan mul’ate keessatti manaa gara manaa deemuun dawaa bifaa fi bishaan jiran dhangalaasaa akka jiru ibsamee jira.

Miinisteerri eegumsa fayyaa kan Federaalaa Ogeessotaa fi Qarshii Miliyoona 1.2 Dirree Dawaaf erguu isaa Addis Chakol gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG